We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 119

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 118 Faarfannaa Faarfannaa 120 →

1Warri jireenyi isaanii mudaa hin qabne,

2Warri ajajawwan isaa eegan,

3Isaan balleessaa hin hojjetan;

4Akka Seerri kee amanamummaadhaan

5Akka ani ajaja kee eeguuf

6Ani utuun ajajawwan kee hunda xiyyeeffadhee ilaalee

7Ani yommuun seera kee qajeelaa sana baradhutti,

8Ani sirna keetiif nan bula;

9Dargaggeessi akkamitti jireenya qulqulluu jiraachuu dandaʼa?

10Ani garaa koo guutuudhaan sin barbaada;

11Ani akkan cubbuu sitti hin hojjenneef,

12Yaa Waaqayyo, galanni siif haa taʼu;

13Ani seera afaan keetii baʼu hundumaa,

14Akkuma namni tokko badhaadhummaa guddaatti gammadu,

15Ajajawwan kee irra deddeebiʼee nan yaada;

16Ani sirna keetti nan gammada;

17Akka ani jiraadhuu fi dubbii kee eeguuf,

18Akka ani seera kee keessatti

19Ani lafa irratti keessummaa dha;

20Lubbuun koo yeroo hunda

21Ati of tuultota warra abaaramoo,

22Waan ani seera kee eeguuf,

23Bulchitoonni walii wajjin taaʼanii yoo maqaa na balleessan iyyuu,

24Ajajni kee gammachuu koo ti;

25Lubbuun koo biyyootti maxxante;

26Yeroo ani waaʼee karaa koo sitti himetti,

27Barsiisa seera keetii na hubachiisi;

28Lubbuun koo gaddaan laafteerti;

29Karaa sobaa irraa na fageessi;

30Ani karaa dhugaa filadheera;

31Yaa Waaqayyo, ani ajaja kee

32Sababii ati hubannaa koo naa balʼifteef

33Yaa Waaqayyo, akka ani sirna kee duukaa buʼu na barsiisi;

34Akka ani seera kee eegee garaa koo guutuun

35Daandii ajajawwan keetii irra na deemsisi;

36Garaa koo gara ofittummaadhaan faayidaa argachuutti utuu hin taʼin,

37Ija koo waan faayidaa hin qabne irraa deebisi;

38Ati akka sodaatamtuuf,

39Salphina ani sodaadhu narraa fageessi;

40Kunoo, ani sirna kee nan hawwa;

41Yaa Waaqayyo, jaalalli kee kan hin geeddaramne sun,

42yoos ani sababii dubbii kee amanadhuuf,

43Waan ani seera kee abdadheef,

44Bara baraa hamma bara baraatti,

45Ani ajaja kee waanan barbaaduuf,

46Ani waaʼee ajaja keetii mootota duratti nan dubbadha;

47waan ani ajajawwan kee jaalladhuuf,

48Ani gara ajajawwan kee kanneen ani jaalladhu sanaatti harka koo ol nan fudhadha;

49Waadaa tajaajilaa keetiif seente sana yaadadhu;

50Rakkina koo keessatti jajjabinni koo kana:

51Of tuultonni akkuma barbaadanitti natti qoosu;

52Yaa Waaqayyo, ani seera kee durii sana nan yaadadha;

53Sababii hamoota warra seera kee dhiisaniitiif,

54Iddoo keessummummaa koo hundatti

55Yaa Waaqayyo, ani halkan keessa maqaa kee nan yaadadha;

56Waan ani ajaja kee eegeef,

57Yaa Waaqayyo, ati qooda koo ti;

58Ani garaa koo guutuun fuula kee barbaaddadheera;

59Ani karaa koo itti deddeebiʼee yaadeera;

60Ani ajajawwan kee eeguuf,

61Hamoonni yoo funyoodhaan na hidhan iyyuu,

62Sababii seera kee qajeelaa sanaatiif,

63Ani warra si sodaatan hundaaf,

64Yaa Waaqayyo, lafti jaalala keetiin guutamteerti;

65Yaa Waaqayyo, ati akkuma dubbii keetiitti,

66Murtii gaarii fi beekumsa na barsiisi;

67Ani utuun hin rakkatin karaa irraa badee ture;

68Ati gaarii dha; wanni ati hojjettus gaarii dha;

69Of tuultonni yoo sobaan maqaa na balleessan iyyuu,

70Onneen isaanii mooraan haguugamteerti;

71Akka ani sirna kee baradhuuf,

72Meetii fi warqee kumaatama irra,

73Harki kee na uume; na tolches;

74Sababii ani dubbii kee abdadheef,

75Yaa Waaqayyo, ani akka murtiin kee qajeelaa taʼe,

76Akkuma ati tajaajilaa keetiif waadaa galte sanatti,

77Akka ani lubbuun jiraadhuuf gara laafinni kee gara koo haa dhufu;

78Of tuultonni waan sababii malee na yakkaniif haa qaanaʼan;

79Warri si sodaatan, kanneen seera kee hubatan

80Akka ani hin qaanofneef

81Lubbuun koo fayyisuu kee hawwuudhaan gaggabdi;

82Iji koo waadaa kee eeggachuudhaan dadhabe;

83Qalqalloo wayinii kan aara keessa ture

84Tajaajilaan kee hamma yoomiitti obsuu qaba?

85Of tuultonni warri akka seera keetiitti hin bulle,

86Ajajawwan kee hundinuu amanamoo dha;

87Isaan lafa irraa na balleessuu gaʼanii turan;

88Ati akkuma jaalala keetiitti lubbuu koo baraari;

89Yaa Waaqayyo, dubbiin kee bara baraan jiraata;

90Amanamummaan kee dhaloota hundaaf itti fufa;

91Sababii wanni hundinuu si tajaajiluuf,

92Utuu seerri kee gammachuu naa taʼuu baatee,

93Sababii ati isaan na jiraachifteef,

94Sababii ani kan kee taʼeef na fayyisi;

95Hamoonni na balleessuuf na eeggachaa jiru;

96Ani akka wanni mudaa hin qabnee hundinuu daangaa qabu argeera;

97Ani seera kee akkaman jaalladha!

98Ajajawwan kee waan yeroo hunda na wajjin jiraniif,

99Ani sababiin irra deddeebiʼee seera kee yaaduuf,

100Ani sababiin ajaja kee eeguuf,

101Ani akkan dubbii kee eeguuf,

102Waan ati mataan kee na barsiifteef,

103Dubbiin kee akkam arraba kootti miʼaawa;

104Ani qajeelfama kee irraa hubannaa argadheera;

105Dubbiin kee miilla kootiif ibsaa dha;

106Ani akkan seera kee qajeelaa sana eeguuf, kakadheera;

107Ani akka malee dhiphadheen jira; yaa Waaqayyo,

108Yaa Waaqayyo, galata fedhiidhaan afaan kootii baʼu fudhadhu;

109Jireenyi koo yeroo hunda harka koo keessa jiraatu iyyuu,

110Hamoonni kiyyoo naa kaaʼaniiru;

111Seerri kee dhaala koo kan bara baraa ti;

112Garaan koo hamma dhumaatti

113Ani nama yaada lamaa nan jibba;

114Ati iddoo ani itti baqadhuu fi gaachana koo ti;

115Akka ani ajajawwan Waaqa koo eeguuf,

116Ati akkuma waadaa keetiitti na deeggari; anis nan jiraadha;

117Akka ani nagaadhaan jiraadhuuf na deeggari;

118Sababii gowwoomsaan isaanii faayidaa hin qabneef;

119Ati hamoota lafa irraa hunda akka kosiitti gatta;

120Foon koo si sodaachuudhaan hollata;

121Ani waan qajeelaa fi tolaa hojjedheera;

122Nagaan jiraachuu tajaajilaa keetii mirkaneessi;

123Iji koo fayyisuu kee eeguudhaan,

124Akkuma jaalala keetiitti tajaajilaa kee yaadadhu;

125Ani tajaajilaa kee ti;

126Yaa Waaqayyo, kun yeroo ati itti hojjettuu dha;

127Kanaafuu ani warqee caalaa,

128ani akka seerri kee hundi qajeelaa taʼe nan amana;

129Sirni kee dinqisiisaa dha;

130Ibsamuun dubbii keetii ifa kenna;

131Ani ajajawwan kee hawwuudhaan

132Ati akkuma yeroo hunda warra maqaa kee jaalataniif gootu sana,

133Akkuma dubbii keetiitti tarkaanfii miilla kootii naa qajeelchi;

134Akka ani ajaja kee eeguuf

135Akka fuulli kee tajaajilaa kee irratti ifu godhi;

136Sababii namoonni seerra kee hin eegneef,

137Yaa Waaqayyo, ati qajeelaa dha;

138Seerri ati kennite qajeelaa dha;

139Sababii diinonni koo dubbii kee dagataniif,

140Waadaan kee sirriitti qoramee ilaalameera;

141Xinnaadhee tuffatamu iyyuu,

142Qajeelummaan kee bara baraan jiraata;

143Rakkinnii fi dhiphinni natti dhufeera;

144Seerri kee bara baraan qajeelaa dha;

145Yaa Waaqayyo, ani garaa koo guutuudhaan sin waammadha;

146Ani sittin iyyadha; ati na fayyisi;

147Ani utuu lafti hin bariʼin kaʼee gargaarsaaf nan iyyadha;

148Akka ani irra deddeebiʼee waadaa kee yaaduuf,

149Akkuma jaalala keetiitti sagalee koo dhagaʼi;

150Warri daba mariʼatan as dhiʼoo jiru;

151Yaa Waaqayyo, ati garuu dhiʼoo jirta;

152Akka ati ajajawwan kee bara baraan hundeessite,

153Dhiphina koo argiitii na oolchi;

154Dubbii koo naa falmi; na furis;

155Sababii isaan sirna kee hin barbaanneef,

156Yaa Waaqayyo, gara laafinni kee guddaa dha;

157Diinonni koo warri na ariʼatan baayʼee dha;

158Sababii isaan dubbii keetiif hin ajajamneef,

159Akkam akka ani qajeelfama kee jaalladhu mee ilaali;

160Dubbiin kee hundinuu dhugaa dha;

161Bulchitoonni sababii malee na ariʼatan;

162Ani akka nama boojuu guddaa argate tokkootti,

163Ani soba nan jibba; nan xireeffadhas;

164Sababii seera kee qajeelaa sanaatiif,

165Warri seera kee jaallatan nagaa guddaa qabu;

166Yaa Waaqayyo, ani fayyisuu kee nan abdadha;

167Ani waanan guddaa isa jaalladhuuf,

168Ati karaa koo hunda waan beektuuf,

169Yaa Waaqayyo, iyyi koo fuula kee dura haa gaʼu;

170Waammanni koo fuula kee dura haa gaʼu;

171Sababii ati qajeelfama kee na barsiiftuuf,

172Arrabni koo dubbii kee haa faarfatu;

173Waan ani sirna kee filadheef,

174Yaa Waaqayyo, ani fayyisuu kee nan hawwa;

175Lubbuun koo si galateeffachuuf haa jiraattu;

176Ani akkuma hoolaa badee karaa irraa jalʼadheera.

← Faarfannaa 118 Faarfannaa Faarfannaa 120 →