1Waaqayyoof galata galchaa; inni gaariidhaatii;
2Sabni Israaʼel, “Jaalalli isaa
3Manni Aroonis,
4Warri Waaqayyoon sodaatan,
5Dhiphina koo keessatti ani Waaqayyotti nan iyyadhe;
6Waaqayyo na wajjin jira; ani hin sodaadhu;
7Waaqayyo na wajjin jira; inni gargaaraa koo ti.
8Nama amanachuu irra,
9Qondaaltota amanachuu irra,
10Saboonni hundinuu na marsan;
11Isaan karaa hundaan na marsan;
12Akkuma tuuta kanniisaa na marsan;
13Ani dhiibamee kufuu gaʼeen ture;
14Waaqayyo jabina kootii fi faarfannaa koo ti;
15Sagaleen gammachuutii fi moʼannaa dunkaanota
16Harki Waaqayyo mirgaa ol qabameera;
17Ani nan jiraadha malee hin duʼu;
18Waaqayyo jabeessee na adabeera;
19Karra qajeelummaa naa banaa;
20Kun karra Waaqayyoo,
21Ati deebii naa kenniteertaatii, ani sin galateeffadha;
22Dhagaan ijaartonni tuffatan,
23Waaqayyo waan kana hojjeteera;
24Guyyaan kun guyyaa Waaqayyo uumee dha;
25Yaa Waaqayyo, si kadhannaa nu oolchi;
26Kan maqaa Waaqayyootiin dhufu eebbifamaa dha.
27Waaqayyo Waaqa;
28Ati Waaqa koo ti; ani sin galateeffadha;
29Waaqayyoof galata galchaa; inni gaariidhaatii;