We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 116

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 115 Faarfannaa Faarfannaa 117 →

1Ani Waaqayyoon nan jaalladha;

2Sababii inni gurra isaa gara kootti deebiseef,

3Kiyyoon duʼaa na marse;

4Anis, “Yaa Waaqayyo na oolchi!” jedhee

5Waaqayyo arjaa fi qajeelaa dha;

6Waaqayyo garraamota ni eega;

7Yaa lubbuu ko, boqonnaa keetti deebiʼi;

8Ati yaa Waaqayyo lubbuu koo duʼa irraa,

9ani biyya warra jiraatoo keessa,

10Ani yeroo, “Ani baayʼee dhiphadheera” jedhetti,

11Ani yommuun burjaajaʼetti,

12Waan gaarii inni naa godhe hundaaf,

13Ani xoofoo fayyinaa ol kaasee

14Fuula saba isaa hundumaa duratti,

15Duuti qulqulloota isaa,

16Yaa Waaqayyo, ani dhugumaan tajaajilaa kee ti;

17Ani aarsaa galataa siif nan dhiʼeessa;

18Iddoo sabni isaa hundi jirutti,

19yaa Yerusaalem si keessatti,

← Faarfannaa 115 Faarfannaa Faarfannaa 117 →