1Nuuf miti; yaa Waaqayyo, nuuf miti;
2Saboonni maaliif,
3Waaqni keenya samii keessa jira;
4Waaqonni isaanii tolfamoon garuu meetii fi
5Isaan afaan qabu; garuu dubbachuu hin dandaʼan;
6gurra qabu; garuu dhagaʼuu hin dandaʼan;
7harka qabu; garuu qaqqabachuu hin dandaʼan;
8Warri isaan tolchan
9Yaa mana Israaʼel, Waaqayyoon amanadhu;
10Yaa mana Aroon, Waaqayyoon amanadhu;
11Isin warri isa sodaattan, Waaqayyoon amanadhaa;
12Waaqayyo nu yaadata; nu eebbisas;
13inni warra Waaqayyoon sodaatan,
14Waaqayyo, isinii fi
15Waaqayyo samii fi
16Samiin samiiwwanii oliis kan Waaqayyoo ti;
17Warri duʼan yookaan warri gara iddoo calʼisanitti gad buʼan
18nu garuu ammaa jalqabnee bara baraan