We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Fakkeenya 22

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Fakkeenya 21 Fakkeenya Fakkeenya 23 →

1Maqaan gaariin badhaadhummaa guddaa caalaa filatamaa dha;

2Wanni sooressaa fi hiyyeessa wal fakkeessu kanaa dha:

3Namni hubataan balaa argee jalaa dhokata;

4Gad of qabiisnii fi Waaqayyoon sodaachuun,

5Karaa hamootaa irra qoraattii fi kiyyootu jira;

6Daaʼima tokko karaa inni irra deemuu qabu barsiisi;

7Sooressi hiyyeessa bulcha;

8Namni hammina facaasu rakkina haammata;

9Namni arjaan waan nyaata isaa hiyyeeyyiif qooduuf

10Qoostuu of biraa ariʼi; lolli ni qabbanaaʼaa;

11Nama qulqullina garaa jaallatuu fi

12Iji Waaqayyoo xiyyeeffatee beekumsa ilaala;

13Dhibaaʼaan, “Leenci ala jira!

14Afaan ejjituu boolla gad fagoo dha;

15Gowwummaan yaada daaʼimaa keessatti hidhameera;

16Namni qabeenya isaa guddifachuuf jedhee

17Qalbeeffadhuutii waan namni ogeessi jedhu dhaggeeffadhu;

18yoo ati qalbiitti qabattee hunduma isaa hidhii kee irratti qopheeffatte

19Akka abdiin kee Waaqayyo taʼuuf

20Ani jecha soddoma, jecha gorsaatii fi

21Kanas ani akka ati warra si erganiif

22Ati sababii inni hiyyeessa taʼeef jettee hiyyeessa hin saamin;

23Waaqayyo dubbii isaanii ni ilaalaaf;

24Nama dafee aaru michuu hin godhatin;

25yoo kana goote karaa isaa baratta;

26Nama harka dhaʼee waadaa galu

27yoo ati waan baaftu dhabde,

28Dhagaa daarii durii,

29Nama hojii isaa keessatti ogummaa qabu argitee?

← Fakkeenya 21 Fakkeenya Fakkeenya 23 →