We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Fakkeenya 1

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

Fakkeenya Fakkeenya 2 →

1Fakkeenya Solomoon Ilma Daawit, mootii Israaʼel:

2Ogummaa fi qajeelfama qabaachuudhaaf,

3ogummaadhaan jiraachuudhaan, qajeelummaadhaan,

4warra waa hin beekneef of eeggannoo kennuudhaaf,

5ogeeyyiin dhaggeeffatanii barumsa isaanii irratti waa haa dabalatan;

6kunis fakkeenyaa fi hiikkaa,

7Waaqayyoon sodaachuun jalqaba ogummaa ti;

8Yaa ilma ko, gorsa abbaa keetii dhaggeeffadhu;

9Wanni kun mataa kee miidhagsuudhaaf gonfoo,

10Yaa ilma ko, yoo cubbamoonni sossobanii

11Yoo isaan, “Nu wajjin kottu;

12kottu akkuma awwaalaa jiraatti isaan liqimsinaa;

13nu waan gatii qabu kan gosa hundaa ni arganna;

14ixaa kee nu wajjin buufadhu;

15yaa ilma ko, ati isaan wajjin hin deemin;

16miilli isaanii cubbuutti ariifataatii;

17Utuma simbirroonni hundi arganuu,

18Namoonni kunneen dhiiguma ofii isaanii riphanii eeggatu;

19Kun dhuma warra qabeenya karaa hamaadhaan argamu duukaa buʼan hundaa ti;

20Ogummaan karaa irratti guddiftee iyyiti;

21Isheen fiixee daandii irraa iyyiti;

22“Isin warri homaa hin beekne

23Mormii koo qalbeeffadhaa;

24Garuu sababii isin yeroo ani isin waametti diddanii

25waan isin gorsa koo hunda tuffattanii

26anis badiisa keessanitti nan kolfa,

27yeroo balaan akkuma bubbeetti isin fudhatutti,

28“Yeroo sana isaan na waammatu; ani garuu isaan jalaa hin owwaadhu;

29Isaan waan beekumsa jibbanii

30waan gorsa koo fudhachuu didanii

31isaan gatii karaa isaanii ni nyaatu;

32Gowwoota waa dagachuutu isaan balleessaatii;

33namni na dhaggeeffatu kam iyyuu garuu nagaadhaan jiraata;

Fakkeenya Fakkeenya 2 →