1Yaa Nanawwee, namni si lolu sitti dhufeera.
2Yoo balleessitoonni isaan onsanii
3Gaachanawwan loltoota isaa diddiimoo dha;
4Gaariiwwan lolaa karaa irra dadarbatamu;
5Inni gootota isaa ni yaadata;
6Balballi lageenii banamaa dha;
7Magaalattiin qullaatti hambaa
8Nanawween akkuma haroo ti;
9Meetii saamaa!
10Isheen duwwaa, qullaa fi ona taateerti!
11Holqi leencotaa,
12Leenci waan ilmaan isaatiif gaʼu ajjeefate;
13Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha;