1Raajii waaʼee Nanawwee dubbatame. Kitaaba mulʼata Naahoom Elqooshicha.
2Waaqayyo Waaqa hinaafuu fi Waaqa haaloo baʼuu dha;
3Waaqayyo dheekkamuuf hin jarjaru; humni isaa immoo guddaa dha;
4Inni galaanatti dheekkamee gogsa;
5Fuula isaa duratti tulluuwwan ni kirkiru;
6Eenyutu dheekkamsa isaa dura dhaabachuu dandaʼa?
7Waaqayyo gaarii dha;
8Garuu inni lolaa jabaadhaan
9Wanni isin Waaqayyootti yaaddan maali?
10Isaan qoraattii keessatti xaxamanii
11Yaa Nanawwee,
12Waaqayyo akkana jedha:
13Ani amma waanjoo isaanii gurmuu keessan irraa nan cabsa;
14Yaa Nanawwee, Waaqayyo akkana jedhee waaʼee kee ajaja kennee jira:
15Kunoo, miilli nama oduu gaarii fidu,