1“Yaa saba Beniyaam baqadhaa baʼaa!
2Ani Intala Xiyoon ishee bareedduu fi
3Tiksoonni bushaayee isaanii fudhatanii isheetti dhufu;
4“Isheetti waraana kaasuuf qophaaʼaa!
5Kanaafuu kaʼaa, halkaniin ishee dhoofnee
6Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha;
7Akkuma boolli bishaanii bishaan yaasu sana,
8Yaa Yerusaalem gorsa koo dhagaʼi;
9Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha:
10Ani eenyuttin dubbadhee akeekkachiisuu dandaʼa?
11Ani garuu dheekkamsa Waaqayyootiin guutameera;
12Yeroo ani harka koo
13“Xinnaadhaa hamma guddaatti
14Isaan madaa saba kootii
15Isaan amala isaanii jibbisiisaa sanatti ni qaanaʼuu?
16Waaqayyo akkana jedha:
17Ani eegdota isinitti ramadeen
18Kanaafuu yaa saboota dhagaʼaa;
19Yaa lafaa dhagaʼi:
20Ixaanni biyya Shebaatii dhufu,
21Kanaafuu Waaqayyo akkana jedha:
22Waaqayyo akkana jedha;
23Isaan xiyyaa fi eeboo qabataniiru;
24Nu oduu waaʼee isaanii dhageenyeerra;
25Sababii diinni goraadee qabatee fi
26Yaa saba ko, uffata gaddaa uffadhaatii
27“Akka ati karaa isaanii qortee beektuuf
28Hundi isaanii finciltoota mata jabeeyyii
29Buufaan dilaalii ibiddaan gubee balleessuuf
30Sababii Waaqayyo isaan gateef