We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Ermiyaas 4

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Ermiyaas 3 Ermiyaas Ermiyaas 5 →

1“Yaa Israaʼel, ati yoo deebite,

2yoo ati, ‘Dhugaa Waaqayyo jiraataa’ jettee

3Waaqayyo namoota Yihuudaatii fi namoota Yerusaalemiin akkana jedha:

4Yaa namoota Yihuudaatii fi uummata Yerusaalem

5“Yihuudaa keessatti beeksisaa; Yerusaalem keessattis akkana jedhaa labsaa:

6Xiyoon dhaquuf faajjii ol qabaa?

7Leenci bosona isaatii baʼeera;

8Kanaafuu isin uffata gaddaa uffadhaatii

9Waaqayyo akkana jedha:

10Anis akkana nan jedhe; “Yaa Waaqayyo Gooftaa, ati utuu goraadeen kokkee keenya irra jiruu, ‘Isin nagaa qabaattu’ jechuudhaan saba kanaa fi Yerusaalemin guutumaan guutuutti gowwoomsiteerta?”

11Yeroo sanatti saba kanaa fi Yerusaalemitti akkana jedhamee ni himama; “Bubbeen waa gubu tokko iddoowwan ol kaʼoo qullaa kanneen gammoojjii keessaa irraa gara saba kootiitti ni bubbisa; garuu afarsuuf yookaan qulqulleessuuf miti;

12bubbeen waan sanaaf akka malee cimaa taʼe tokko na biraa ni dhufa. Anis murtii koo isaanitti nan labsa.”

13Kunoo, inni akka duumessaatti,

14Yaa Yerusaalem, ati akka fayyituuf qalbii kee keessaa hammina dhiqadhu.

15Sagaleen tokko Daan irraa lallaba;

16“Waan kana sabootatti himaa;

17Sababii isheen natti fincilteef,

18“Amalli keetii fi hojiin kee

19Marʼumaan ko, marʼumaan ko!

20Badiisni badiisa irraan dhufa;

21Ani hamma yoomiittin mallattoo waraanaa ilaala?

22“Uummanni koo gowwaa dha;

23Ani lafa nan ilaale;

24Ani tulluuwwan nan ilaale;

25Ani nan ilaale; namni tokko iyyuu hin turre;

26Ani nan ilaale; kunoo biyyi midhaan baaftu ontee turte;

27Waaqayyo akkana jedha:

28Kanaafuu lafti ni boossi;

29Sababii iyya abbootii fardeeniitii fi futtaaftota xiyyaatiin,

30Yaa ontuu nana, ati maal gochaa jirta?

31Ani iyya akka iyya dubartii ciniinsifattu tokkoo,

← Ermiyaas 3 Ermiyaas Ermiyaas 5 →