We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Ermiyaas 31

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Ermiyaas 30 Ermiyaas Ermiyaas 32 →

1“Yeroo sanatti” jedha Waaqayyo, “Ani balbala Israaʼel hundaaf Waaqa nan taʼa; isaanis saba koo ni taʼu.”

2Waaqayyo akkana jedha:

3Waaqayyo fagoodhaa natti mulʼatee akkana jedhe:

4Yaa Israaʼel durba qulqullittii, ani amma illee sin ijaara;

5Ati amma illee gaarran

6Guyyaa itti eegdonni

7Waaqayyo akkana jedha:

8Kunoo, ani biyya kaabaatii isaan nan fida;

9Isaanis booʼaa dhufu;

10“Yaa saboota, dubbii Waaqayyo dhagaʼaa;

11Waaqayyo Yaaqoobin fureera,

12Isaan ni dhufanii gaarran Xiyoon irrattis gammadanii ililchu;

13Ergasiis shamarran ni shuubbisu; ni gammadu;

14Ani arjummaadhaan luboota nan quubsa;

15Waaqayyo akkana jedha:

16Waaqayyo akkana jedha:

17Kanaafuu galgalli kee abdii qaba”

18“Ani dhugumaan Efreemii akkana jedhee booʼu dhagaʼeera:

19Ani ergan duubatti deebiʼee booddee,

20Efreem ilma koo jaallatamaa,

21“Ati mallattoo daandii dhaabbadhu;

22Yaa intala hin amanamne,

23Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu, Waaqni Israaʼel akkana jedha: “Yeroo ani boojiʼamtoota isaanii deebisutti namoonni biyya Yihuudaatii fi magaalaawwan ishee keessa jiraatan amma illee yeroo tokko, ‘Yaa iddoo murtiin qajeelaan jiraatu, yaa tulluu qulqulluu, Waaqayyo si haa eebbisu’ jedhanii dubbatu.

24Biyya Yihuudaatii fi magaalaawwan isaa hunda keessa namoonni jechuunis qonnaan bultoonnii fi warri bushaayee fudhatanii asii fi achi nanaannaʼan tokkummaadhaan achi keessa jiraatu.

25Ani warra dadhaban nan jajjabeessa; warra gaggaban illee nan bayyanachiisa.”

26Kana irratti ani dammaqee asii fi achi nan ilaale. Hirribni koos natti miʼaawee ture.

27“Barri ani itti mana Israaʼelii fi mana Yihuudaa sanyii namaatii fi sanyii horiitiin guutu tokko ni dhufa” jedha Waaqayyo.

28“Ani akkuman isaan buqqisuu fi diiguuf, isaan garagalchuuf, isaan barbadeessuu fi badiisa isaanitti fiduuf isaan ilaale sana akkasuma immoo isaan ijaaruu fi isaan dhaabuuf gara isaanii nan ilaala” jedha Waaqayyo.

29“Bara sana keessa namoonni lammata,

30Qooda kanaa tokkoon tokkoon namaa cubbuu ofii isaatiin duʼa; nama ija wayinii dhangaggaaʼaa nyaatu kam iyyuu ilkaanuma isaatu hadooda.

31“Yeroon ani itti mana Israaʼel wajjin,

32“Kakuun kunis kakuu ani,

33“Kakuun ani yeroo sana booddee

34Sababii hundi isaanii,

35Waaqayyo akkana jedha;

36“Yoo seerri kun fuula koo

37Waaqayyo akkana jedha:

38Waaqayyo akkana jedha: “Barri itti magaalaan kun gamoo Hanaaniʼeeliitii jalqabee hamma Karra Goleetti deebiʼee naaf ijaaramu tokko ni dhufa.

39Funyoon safaraas achii kaʼee gara tulluu Gaareebitti qajeelee gara Goʼaatti diriirfama.

40Sululli reeffii fi daaraan itti gatamu guutuun, karaa baʼaas sulula Qeedroon qabatee dirreen hamma Karra Fardaatti jiru hundi Waaqayyoof ni qulqulleeffama. Magaalaan kun gonkumaa lammaffaa hin buqqifamtu yookaan hin diigamtu.”

← Ermiyaas 30 Ermiyaas Ermiyaas 32 →