We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Ermiyaas 30

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Ermiyaas 29 Ermiyaas Ermiyaas 31 →

1Dubbiin Waaqayyo biraa gara Ermiyaas dhufe isa kanaa dha:

2“Waaqayyo Waaqni Israaʼel akkana jedha: ‘Dubbii ani sitti dubbadhe hunda kitaabatti barreessi.

3Barri tokko ni dhufa’ jedha Waaqayyo; ‘Innis yeroo ani itti saba koo Israaʼelii fi Yihuudaa boojuudhaa deebisee biyya ani akka isaan dhaalaniif abbootii isaaniitiif kenne sanatti isaan galchuu dha,’ jedha Waaqayyo.”

4Dubbiin Waaqayyo waaʼee Israaʼelii fi Yihuudaa dubbate kanaa dha:

5“Waaqayyo akkana jedha:

6Mee iyyaafadhaa ilaalaa:

7Guyyaan sun akkam sodaachisaa taʼa!

8“ ‘Guyyaa sana’ jedha Waaqayyoo Waan Hunda Dandaʼu,

9Qooda kanaa isaan Waaqayyo Waaqa isaaniitii fi

10“ ‘Kanaafuu yaa tajaajilaa koo Yaaqoob, ati hin sodaatin;

11Ani si baasuuf si wajjinan jiraatii’

12“Waaqayyo akkana jedha:

13Namni siif falmu tokko iyyuu hin jiru;

14Michoonni kee hundi si dagataniiru;

15Ati maaliif madaa keetii fi

16“ ‘Warri si nyaatan hundi garuu ni nyaatamu;

17Ani garuu fayyaa kee siifin deebisa;

18“Waaqayyo akkana jedha:

19Faarfannaan galataatii fi sagaleen gammachuu

20Ijoolleen isaanii akka warra jabana durii taʼu;

21Hoogganaan isaanii namuma isaanii taʼa;

22‘Akkasiin isin saba koo ni taatu;

23Kunoo, bubbeen Waaqayyoo,

24Aariin Waaqayyoo, sodaachisaan sun

← Ermiyaas 29 Ermiyaas Ermiyaas 31 →