1Waaqayyo akkana naan jedhe; “Yoo Musee fi Saamuʼeel fuula koo dura dhaabatan iyyuu garaan koo gara saba kanaatti hin deebiʼu. Fuula koo duraa isaan ariʼi! Isaan haa deeman!
2Yoo isaan, ‘Eessa dhaqna?’ jedhanii si gaafatan immoo akkana jedhii isaanitti himi; ‘Waaqayyo akkana jedha:
3“Ani waan isaan balleessu gosa afur isaanitti nan erga” jedha Waaqayyo. “Akka isaan ajjeesuuf goraadee, akka isaan harkisaniif saroota, akka isaan nyaatanii fixaniif immoo allaattiiwwan samiitii fi bineensota lafaa isaanitti nan erga.
4Ani sababii Minaaseen ilmi Hisqiyaas mootichi Yihuudaa Yerusaalem keessatti hojjete waan sanaatiif fuula mootummoota lafa irraa hunda duratti jibbamtoota isaan nan godha.
5“Yaa Yerusaalem, eenyutu garaa siif laafa?
6Ati na dhiifteerta;
7Ani karrawwan magaalaa biyyattii duratti,
8Ani haadhota hiyyeessaa isaanii
9Haati ilmaan torbaa gaggabdee
10Wayyoo yaa haadha ko,
11Waaqayyo akkana jedhe;
12“Namni kam iyyuu sibiila,
13“Sababii cubbuu kee hunda
14Sababii dheekkamsi koo
15Yaa Waaqayyo situ beeka;
16Dubbiin kee ni argame; anis nan nyaadhe;
17Ani gonkumaa tuuta fandalaltootaa wajjin hin teenye;
18Rakkinni koo maaliif dhuma dhabe?
19Kanaafuu Waaqayyo akkana jedha:
20Ani saba kanaaf dallaa dhagaa,
21“Ani harka namoota hamoo jalaa sin baasa;