We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Isaayyaas 52

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Isaayyaas 51 Isaayyaas Isaayyaas 53 →

1Yaa Xiyoon, dammaqi, dammaqi;

2Yaa Yerusaalem, awwaara of irraa dhadhaʼadhu;

3Waaqayyo akkana jedhaatii:

4Waaqayyo Gooftaan akkana jedhaatii:

5“Yoos ani amma maalan asii qaba?” jedha Waaqayyo.

6Kanaafuu sabni koo maqaa koo ni beeka;

7Miilli warra wangeela fidanii,

8Dhaggeeffadhu! Eegdonni kee sagalee isaanii ol fudhataniiru;

9Yaa diigamtoota Yerusaalem

10Waaqayyo fuula saboota hundaa duratti,

11Isin warri miʼa Waaqayyoo baattan, addaan baʼaa;

12Isin garuu ariitiidhaan achii hin baatan;

13Kunoo, garbichi koo ogummaadhaan hojjeta;

14Namoonni baayʼeen waaʼee isaa hamma naʼanitti,

15akkasiinis inni saboota hedduu dinqisiifachiisa;

← Isaayyaas 51 Isaayyaas Isaayyaas 53 →