1“Isin warri qajeelummaa duukaa buutan,
2Abbaa keessan Abrahaamii fi
3Waaqayyo dhugumaan Xiyoonin ni jajjabeessa;
4“Yaa uummata koo na dhaggeeffadhaa;
5Qajeelummaan koo dafee dhiʼaata;
6Ija keessan gara samiiwwaniitti ol qabadhaa;
7“Isin warri waan qajeelaa beektan
8Biliin akka wayyaatti isaan nyaatti;
9Yaa irree Waaqayyoo, kaʼi; kaʼi! Jabina uffadhu;
10Inni akka warri furaman ceʼaniif, galaanicha,
11Warri Waaqayyo isaan fure ni deebiʼu.
12“Kan isin jajjabeessu ana; anuma.
13Ati kan Waaqayyo Tolchaa kee,
14Boojiʼamtoonni hidhaman ariitiidhaan gad dhiifamu;
15Ani Waaqayyo Waaqa kee,
16Ani kan samiiwwan iddoo isaanii kaaʼe,
17Yaa Yerusaalem, ati kan harka Waaqayyoo irraa,
18Ilmaan isheen deesse hunda keessaa,
19Balaawwan kunneen dachaadhaan sitti dhufaniiru;
20Ijoolleen kee gaggabaniiru;
21Kanaafuu yaa ishee miidhamte,
22Waaqayyo Gooftaan kee,
23Anis xoofoo sana harka warra si dhiphisan