1Yaa biyyoota bishaan gidduu na dhaggeeffadhaa;
2Inni afaan koo akka goraadee qaramee godhe;
3Innis, “Yaa Israaʼel, ati garbicha koo
4Ani garuu, “Akkasumaanan itti dadhabe;
5Waan ani fuula Waaqayyoo duratti ulfina argadhee
6Innis, “Ati gosoota Yaaqoob deebiftee dhaabuuf,
7Waaqayyo Furii fi Qulqullichi Israaʼel,
8Waaqayyo akkana jedha:
9akka ati warra boojiʼamaniin, ‘Kottaa baʼaa’
10Isaan hin beelaʼan; hin dheebotanis;
11Tulluuwwan koo hunda karaatti nan geeddara;
12Kunoo, isaan biyya fagoodhaa ni dhufu;
13Yaa samiiwwan, ililchaa;
14Xiyoon garuu, “Waaqayyo na gateera;
15“Haati daaʼima ishee kan hoosiftu
16Kunoo, ani barruu harka koo irratti si qirixeera;
17Ilmaan kee ariitiidhaan ni dachaʼu;
18Ija kee ol fudhadhuutii naannoo kee ilaali;
19“Ati diigamtee ontee
20Ijoolleen ati yeroo gadda keetiitti deesse,
21Ergasii ati garaa keetti akkana jetta;
22Waaqayyo Gooftaan akkana jedha:
23Mootonni abbootii kee kanneen si guddisan,
24Gootota harkaa boojuu fudhachuun,
25Waaqayyo garuu akkana jedha:
26Ani akka warri si hacuucan foon ofii isaanii nyaatan nan godha;