We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Isaayyaas 21

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Isaayyaas 20 Isaayyaas Isaayyaas 22 →

1Raajii Gammoojjii Galaana bira jirtuun mormu:

2Mulʼanni hamaan tokko natti mulʼateera:

3Kana irratti dugdi na cite;

4Qalbiin koo ni raafame;

5Isaan maaddii qopheessu;

6Gooftaan akkana naan jedha:

7Inni yommuu warra farda yaabbatan

8Eegduun sunis akkana jedhee iyye;

9Kunoo, warri farda yaabbatan,

10Yaa saba koo warra oobdii midhaanii irratti dhaʼamtan,

11Raajii Duumaan mormu:

12Eegduun sunis,

13Raajii biyya Arabaatiin mormu:

14warra dheeboteef bishaan fidaa;

15Isaan goraadee jalaa,

16Gooftaan akkana naan jedhe: “Akkuma waggoota hojjetaa qaxaramaa tokkootti ulfinni Qeedaar hundinuu waggaa tokko keessatti ni dhuma.

17Warra xiyya darbatan keessaa kanneen hafan, gootonni Qeedaar muraasa taʼu.” Waaqayyo Waaqni Israaʼel dubbateeraatii.

← Isaayyaas 20 Isaayyaas Isaayyaas 22 →