1Magaalaa cunqursitootaa,
2Isheen nama tokkoof iyyuu hin ajajamtu;
3Qondaaltonni ishee leenca aaduu dha;
4Raajonni ishee of tuultota;
5Waaqayyo inni ishee keessa jiru qajeelaa dha;
6“Ani saboota nan balleessa;
7Ani magaalaa sanaan,
8Kanaafuu guyyaa ani itti dhugaa baʼu eeggadhu”
9“Ergasii ani akka hundi isaanii maqaa Waaqayyoo waammataniif,
10Warri anaaf sagadan,
11Sababii ani warra of tuulummaa isaaniitti gammadan
12Ani garuu garraamotaa fi
13Hambaan Israaʼel
14Yaa Intala Xiyoon ati faarfadhu;
15Waaqayyo adaba kee sirraa fuudheera;
16Isaan gaafas
17Waaqayyo Waaqni kee
18“Ani gadda ati ayyaanota murteeffamaniif gadditu
19Ani yeroo sanatti
20Ani yeroo sanatti walittin isin qaba;