1Yaa saba qaanii hin qabne,
2utuu yeroon murtaaʼe sun gaʼee
3Isin garraamonni lafaa
4Gaazaan duwwaa hafti;
5Yaa Kereetota qarqara galaanaa jiraattan,
6Biyyi qarqara galaanaa,
7Innis handhuuraa hambaa mana Yihuudaa taʼa;
8“Ani arrabsoo Moʼaabii fi
9Kanaafuu akkuma ani dhugumaan jiraataa taʼe sana”
10Kun gatii isaan of tuulummaa isaaniitiif argatanii dha;
11Waaqayyo yeroo waaqota biyyattii hunda barbadeessutti,
12“Yaa warra Itoophiyaa
13Inni kaabatti harka ol fudhata;
14Bushaayee fi loon,
15Kun magaalaa of hin eegganne