We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Keessa Deebii 33

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Keessa Deebii 32 Keessa Deebii Keessa Deebii 34 →

1Eebbi Museen namni Waaqaa sun utuu hin duʼin dura ittiin Israaʼeloota eebbise kana;

2innis akkana jedhe:

3Dhugumaan situ saba jaallata;

4Museen seera nuu kenneera;

5Yeroo hooggantoonni sabaa

6“Ruubeen haa jiraatu malee hin duʼin;

7Waaʼee Yihuudaas akkana jedhe:

8Inni waaʼee Lewwiis akkana jedhe:

9Waaʼee abbaa fi haadha isaas,

10Inni ajaja kee Yaaqoobin,

11Yaa Waaqayyo, ogummaa isaa hunda eebbisiif;

12Waaʼee Beniyaam akkana jedhe:

13Waaʼee Yoosef akkana jedhe:

14midhaan filatamaa aduun biqilchituun,

15kennaawwan filatamoo tulluuwwan duriitiin,

16kennaa filatamaa lafaatii fi guutummaa isaatiin,

17Inni ulfinaan korma hangafa fakkaata;

18Waaʼee Zebuuloonis akkana jedhe:

19Isaan saboota gara tulluutti ni waamu;

20Waaʼee Gaad immoo akkana jedhe:

21Inni ofii isaatiif lafa gabbataa filate;

22Waaʼee Daanis inni akkana jedhe:

23Waaʼee Niftaalemis akkana jedhe:

24Waaʼee Aasheer immoo akkana jedhe:

25Danqaraan balbala keetii sibiilaa fi naasii taʼa;

26“Waaqni akka Waaqa Yishuruun,

27Waaqni bara baraa iddoo jireenyaa keetii ti;

28Kanaafuu Israaʼel kophaa isaa nagaadhaan jiraata;

29Yaa Israaʼel, ati eebbifamaa dha!

← Keessa Deebii 32 Keessa Deebii Keessa Deebii 34 →