1Ani daraaraa Shaaroon;
2Jaalalleen koo dubarran kaan gidduu ti
3Michuun koo dargaggoota gidduutti
4Inni galma cidhaatti na geesse;
5Sababii ani jaalalaan gaggabeef
6Harki isaa bitaa mataa koo jala jira;
7Yaa intallan Yerusaalem,
8Sagaleen michuu kootii, tulluuwwan irra utaalee
9Michuun koo akkuma kuruphee yookaan korma gadamsaa ti.
10Michuun koo dubbatee akkana naan jedhe;
11Kunoo! Ganni darbeera;
12Daraaraan lafa irratti mulʼateera;
13Mukni harbuu ija jalqabaa baasuu jalqabeera;
14Gugee koo kan holqa dhagaa keessaa,
15Mee waangoo,
16Michuun koo kanuma koo ti; anis kan isaa ti;
17Yaa michuu ko,