1Weedduu Weeddotaa Solomoon.
2Inni dhungoo afaan isaatiin na haa dhungatu;
3Urgaan shittoo keetii namatti tola;
4Na fudhadhuu deemi; si duukaa fiignaa!
5Intallan Yerusaalem,
6Sababii ani gurraattii taʼeef, ija babaaftee na hin ilaalin;
7Yaa isa ani si jaalladhu,
8Yaa dubartii dubartoota hunda caalaa bareeddu,
9Yaa jaalallee ko, ani akka farda dhalaa
10Maddiin kee amartii gurraatiin,
11Nu warqee gurraa
12Utuma mootichi maaddiitti dhiʼaatee jiruu
13Michuun koo anaaf korojoo qumbii ti;
14Michuun koo anaaf hurbuu daraaraa heennaa
15Yaa jaalallee ko, ati akkam bareedda!
16Yaa michuu ko, ati akkam miidhagda!
17Dareersumaan mana keenyaa birbirsa;