We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Amoos 8

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Amoos 7 Amoos Amoos 9 →

1Waaqayyo Gooftaan waan kana natti argisiise: kun guuboo ija bilchaateen guutamee dha.

2Innis, “Amoos, ati maal arguutti jirta?” jedhee na gaafate.

3Waaqayyo Gooftaan akkana jedha; “Gaafas faarfannaan mana qulqullummaa keessaa booʼichatti geeddarama. Reeffi akka malee hedduun lafa hundatti gatama! Calʼisuunis ni taʼa!”

4Isin warri rakkattoota dhidhiittanii

5isin akkana jettu;

6hiyyeeyyii meetiidhaan,

7Waaqayyo akkana jedhee ulfina Yaaqoobiin kakateera; “Ani gonkumaa waan isaan hojjetan tokko illee hin irraanfadhu.

8“Sababii kanaaf lafti kirkirtee

9Waaqayyo Gooftaan akkana jedha; “Bara sana,

10Ani ayyaana amantii keessanii gaddatti,

11Waaqayyo Gooftaan akkana jedha;

12Namoonni dubbii Waaqayyoo barbaacha

13“Bara sana

14Warri cubbuu Samaariyaatiin kakatan

← Amoos 7 Amoos Amoos 9 →