We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

1 Seenaa 6

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← 1 Seenaa 5 1 Seenaa 1 Seenaa 7 →

1Ilmaan Lewwii:

2Ilmaan Qohaati:

3Ijoolleen Amraam:

4Eleʼaazaar abbaa Fiinehaas;

5Abiishuuwaan abbaa Buukii ti;

6Uzii abbaa Zeraayaa ti;

7Meraayoot abbaa Amariyaa ti;

8Ahiixuub abbaa Zaadoqii ti;

9Ahiimaʼaz abbaa Azaariyaa ti;

10Yoohaanaan abbaa Azaariyaa ti;

11Azaariyaa abbaa Amariyaa ti;

12Ahiixuub abbaa Zaadoqii ti;

13Shaluum abbaa Hilqiyaa ti;

14Azaariyaa abbaa Seraayaa ti;

15Yeroo Waaqayyo akka sabni Yihuudaatii fi Yerusaalem Nebukadnezariin boojiʼamu godhetti Yehoozaadaaqis boojiʼamee fudhatame.

16Ilmaan Lewwii:

17Maqaan Ilmaan Geershoom kanaa dha:

18Ilmaan Qohaati:

19Ilmaan Meraarii:

20Balbala Geershoom keessaa:

21ilma isaa Yooʼaa,

22Ilmaan Qohaati:

23ilma isaa Elqaanaa,

24ilma isaa Tahaat, ilma isaa Uuriiʼeel,

25Ilmaan Elqaanaa:

26ilma isaa Elqaanaa, ilma isaa Zoofayi,

27ilma isaa Eliiyaab,

28Ilmaan Saamuʼeel:

29Ilmaan Meraarii:

30ilma isaa Shimeʼaa, ilma isaa Hagiyaa fi

31Namoonni erga taabonni dhufee achi boqotee booddee Daawit akka isaan faarfannaadhaan mana Waaqayyoo keessa tajaajilaniif muude kanneenii dha.

32Isaanis hamma Solomoon Yerusaalem keessatti mana qulqullummaa Waaqayyoo ijaaretti dunkaana qulqulluu, dunkaana wal gaʼii duratti faarfannaadhaan tajaajilaa turan. Isaanis akkuma seera isaaniif kenname sanaatti hojii isaanii hojjechaa turan.

33Maqaan namoota ilmaan isaanii wajjin tajaajilanii kanneenii dha:

34ilma Elqaanaa, ilma Yeroohaam,

35ilma Zuufi, ilma Elqaanaa,

36ilma Elqaanaa, ilma Yooʼeel,

37ilma Tahaat, ilma Asiir,

38ilma Yizihaar, ilma Qohaati,

39akkasumas Asaaf obboleessi Heemaan karaa mirgaatiin dhaabata ture:

40ilma Miikaaʼel, ilma Baʼaseeyaa,

41ilma Etnii,

42ilma Eetaan, ilma Zimaa,

43ilma Yahaati,

44karaa bitaa isaatiin immoo warri isaan wajjin turan gosa Meraarii keessaa:

45ilma Hashabiyaa,

46ilma Amzii, ilma Baanii,

47ilma Mahilii,

48Obboloonni isaanii Lewwonni akka hojii dunkaana qulqulluu mana Waaqaa hunda hojjetaniif ramadamanii turan.

49Aroonii fi ilmaan isaa garuu akkuma waan Museen garbichi Waaqaa sun ajajee ture hundaatti hojii Iddoo Iddoo Hunda Caalaa Qulqulluu taʼe sanaatiif, sababii Israaʼeliitiifis araara buusuudhaaf iddoo aarsaa kan aarsaa gubamuutii fi iddoo aarsaa ixaanaa irratti aarsaawwan dhiʼeessaa turan.

50Ilmaan Aroon kanneenii dha:

51ilma isaa Bukii,

52ilma isaa Meraayoot, ilma isaa Amariyaa,

53ilma isaa Zaadoqii fi

54Sababii ixaan jalqabaa isaaniif baʼeef iddoowwan kunneen Aroonii fi ilmaan isaa kanneen balbala Qohaati keessaa dhufaniif ni kennaman; iddoowwan qubata isaanii kanneen akka biyya isaanii taʼaniif isaaniif ramadamanii dha:

55Kebroon isheen biyya Yihuudaa keessaatii fi lafti dheedaa kan naannoo isheetti argamtu isaaniif ni kennaman.

56Lafti qotiisaatii fi gandoonni naannoo Kebrooniitti argaman garuu Kaaleb ilma Yefuneetiif ni kennaman.

57Ilmaan Arooniif immoo magaalaawwan itti baqatan Kebroon, Libnaa, Yatiir, Eshtimoʼaa,

58Hiileen, Debiir,

59Ashaan, Yootaa fi Beet Shemeshitu lafa dheeda isaanii wajjin kenname.

60Qooda gosa Beniyaam keessaa immoo Gibeʼoon, Gebaa, Alemetii fi Anaatootittu lafa dheeda isaanii wajjin ni kennameef.

61Ilmaan Qohaati kanneen hafaniif immoo balbala walakkaa gosa Minaasee irraa magaalaawwan kudhanitu ixaadhaan kennameef.

62Ilmaan Geershoomiitiif immoo qooda Yisaakor irraa, qooda Aasheer irraa, qooda Niftaalemiitii fi qooda Minaasee kan Baashaanitti argamu irraa magaalaawwan kudha sadii akkuma gosa gosa isaaniitti kennaman.

63Ilmaan Meraariitiif qooda gosa Ruubeen irraa, qooda gosa Gaadiitii fi qooda gosa Zebuuloon irraa magaalaawwan kudha lama akkuma balbala balbala isaaniitti ni kennaman.

64Akkasiin Israaʼeloonni magaalaawwan kanneen lafa dheeda isaanii wajjin Lewwotaaf ni kennan.

65Gosa Yihuudaa irraa, gosa Simiʼooniitii fi gosa Beniyaam irraa magaalaawwan maqaan isaanii armaan olitti dhaʼame sana ixaadhaan ni kennaniif.

66Maatiiwwan Qohaati tokko tokkos qooda gosa Efreem keessaa magaalaawwan jireenyaa argatanii turan.

67Biyya gaaraa Efreem keessatti magaalaawwan itti baqatan Sheekem, Geezir,

68Yoqemiʼaam, Beet Horoon,

69Ayaaloonii fi Gat Rimoon lafa dheeda isaanii wajjin kennaniif.

70Akkasumas Israaʼeloonni walakkaa qooda gosa Minaasee irraa Aanerii fi Bileʼaam lafa dheeda isaanii wajjin balbalawwan Qohaati kanneen hafaniif ni kennan.

71Ilmaan Geershoom immoo:

72gosa Yisaakor irraa

73Raamootii fi Aanem lafa dheeda isaanii wajjin ni argatan;

74gosa Aasheer irraa Maashaal, Abdoon,

75Huuqooqii fi Rehoob lafa dheeda isaanii wajjin ni argatan;

76gosa Niftaalem irraa immoo Qaadesh ishee Galiilaatti argamtu, Hamoonii fi Kiriyaataayimin lafa dheeda isaanii wajjin ni argatan.

77Namoonni gosa Meraarii jechuunis warri Lewwotaa kanneen hafan qooda kanaa gadii argatan:

78gosa Ruubeen kan baʼa Yerikootti Yordaanosiin gama jiru irraa Bezer ishee gammoojjii keessatti argamtu, Yaahizaa,

79Qidemootii fi Meefiʼaati lafa dheeda isaanii wajjin ni argatan.

80Gosa Gaad irraa Raamooti ishee Giliʼaad keessaa, Mahanayiim,

81Heshboonii fi Yaʼizeer lafa dheeda isaanii wajjin ni argatan.

← 1 Seenaa 5 1 Seenaa 1 Seenaa 7 →