1Isaan kunneen ilmaan Daawit Kebroonitti dhalchee dha:
2sadaffaan Abesaaloom isa Maʼakaan intalli Talmaay mooticha Geshuur deessee dha;
3shanaffaan Shefaaxiyaa ilma Abiixaal;
4Isaan jaʼaan kunneen warra yeroo Daawit Kebroonitti waggaa torbaa fi walakkaa mootii turetti isaaf dhalatanii dha.
5ijoolleen achitti isaaf dhalatanis kanneenii dha:
6Akkasumas ilmaan biraa qaba ture; isaanis: Yibehaar, Eliishuuwaa, Eliiphelexi,
7Noogaa, Nefeg, Yaafiiyaa,
8Eliishaamaa, Eliyaadaa fi Eliiphelexi; isaanis walumatti ilmaan sagal turan.
9Ilmaan saajjatoowwan isaa irraa dhalataniin alatti isaan kunneen ilmaan Daawit turan. Taamaar immoo obboleettii isaanii turte.
10Ilmi Solomoon Rehooboʼaam;
11ilmi Yehooshaafaax Yehooraam;
12ilmi Yooʼaash Amasiyaa;
13ilmi Yootaam Aahaaz;
14ilmi Minaasee Aamoon;
15Ilmaan Yosiyaas:
16Ilmaan Yehooyaaqiim:
17Ilmaan Yehooyaakiin isa boojiʼame sanaa:
18Malkiiraam, Phedaayaa, Shenaaxaar, Yeqameyaa, Hooshaamaa fi Nedaabiyaa.
19Ilmaan Phedaayaa:
20Akkasumas ijoollee gara biraa shanitu ture; isaanis: Hashubaa, Oohel, Berekiyaa, Hasadiyaa fi Yooshab-Heseed.
21Ilmaan Hanaaniyaa:
22Ilmaan Shekaaniyaa:
23Ilmaan Naʼaariyaa:
24Ilmaan Eliiyooʼeenayi: