1Waaqni, waldaa waaqotaa gidduu dhaabata;
2“Isin hamma yoomiitti seera jalʼiftu?
3Dadhabdootaa fi ijoollee abbaa hin qabneef murtii qajeelaa kennaa;
4Warra dadhabaa fi rakkattoota baraaraa;
5“Isaan homaa hin beekan; homaa illee hin hubatan.
6“Anis, ‘Isin, “waaqota;”
7Taʼus isin akkuma namatti ni duutu;
8Yaa Waaqi kaʼi; lafatti muri;