We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 76

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 75 Faarfannaa Faarfannaa 77 →

1Yihuudaa keessatti Waaqni beekamaa dha;

2Dunkaanni isaa Saalem keessa,

3Innis achitti xiyya bobaʼuu fi gaachana, goraadee fi

4Ati ifa uffattee miidhagdeerta;

5Gootonni boojiʼamaniiru;

6Yaa Waaqa Yaaqoob, ifannaa keetiin fardeenii

7Siʼi qofatu sodaatamuu qaba.

8Ati samii irraa murtii kennite;

9yaa Waaqi, wanni kunis yommuu ati murtii kennuudhaaf,

10Dheekkamsi ati namatti dheekkamtu dhugumaan ulfina siif fida;

11Waaqayyo Waaqa keessaniif wareegaa; wareegichas guuttadhaa;

12Inni hafuura bulchitootaa ni cabsa;

← Faarfannaa 75 Faarfannaa Faarfannaa 77 →