1Yaa Waaqi, Xiyoon keessatti galatatu si eeggata;
2Yaa isa kadhannaa namaa dhageessu,
3Yeroo cubbuun na moʼattetti,
4Warri ati filattee akka isaan qeʼee kee jiraataniif
5Yaa Waaqi Fayyisaa keenya,
6ati humna uffatteerta;
7ati huursaa galaanaa,
8Warri fagoo jiraatan dinqiiwwan kee ni sodaatu;
9Ati lafa ni eegda; bishaanis ni obaafta;
10Boʼoo isaa bishaan quubsita;
11Gaarummaa keetiin bara ni gonfita;
12Lafti margaa kan gammoojjii akka malee misa;
13Dirreewwan bushaayeedhaan guutamu;