We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 6

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 5 Faarfannaa Faarfannaa 7 →

1Yaa Waaqayyo aarii keetiin na hin hifatin;

2Naa gameeraatii yaa Waaqayyo naaf araarami;

3Lubbuun koo akka malee jeeqameera;

4Yaa Waaqayyo, deebiʼiitii lubbuu koo oolchi;

5Namni duʼe si hin yaadatu.

6Ani aaduu kootiin bututeera.

7Iji koo gaddaan fajajeera;

8Warri hamaa hojjettan hundinuu narraa fagaadhaa;

9Waaqayyo waammata koo dhagaʼeera;

10Diinonni koo hundinuu haa qaanaʼan; akka malees haa rifatan;

← Faarfannaa 5 Faarfannaa Faarfannaa 7 →