We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 50

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 49 Faarfannaa Faarfannaa 51 →

1Waaqayyo, Humna Qabeessi dubbatee

2Xiyoon ishee miidhaginni ishee

3Waaqni keenya ni dhufa; hin calʼisus;

4Inni saba isaatti muruuf jedhee,

5“Qulqulloota koo warra aarsaadhaan na wajjin kakuu galan,

6Samiiwwan qajeelummaa isaa ni labsu;

7“Yaa saba ko, nan dubbadhaatii dhagaʼi;

8Ani aarsaa keetiif sitti hin dheekkamu;

9Ani dallaa kee keessaa korma,

10Bineensi bosonaa hundinuu,

11Ani simbirroota tulluuwwan irraa hunda beeka;

12Ani utuun beelaʼee iyyuu sitti hin himadhu ture;

13Ani foon korommii nan nyaadhaa?

14“Aarsaa galataa Waaqaaf dhiʼeessi; wareega kee illee

15guyyaa rakkinaa na waammadhu;

16Waaqni garuu nama hamaadhaan akkana jedha:

17Ati adaba koo ni jibbita;

18Ati yoo hattuu argite isa michuu godhatta;

19Ati afaan kee waan hamaa dubbachuuf itti fayyadamta;

20Ati teessee obboleessa kee hamatta;

21Ati waan kana hunda hojjetteerta; ani immoo inuma calʼise;

22“Isin warri Waaqa irraanfattan waan kana hubadhaa;

23Namni aarsaa galataa dhiʼeessu ulfina naa kenna;

← Faarfannaa 49 Faarfannaa Faarfannaa 51 →