We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 37

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 36 Faarfannaa Faarfannaa 38 →

1Ati sababii namoota hamootiif jettee hin aarin

2Isaan akkuma margaa dafanii coollagu;

3Waaqayyoon amanadhu; waan gaariis hojjedhu;

4Waaqayyotti gammadi;

5Karaa kee Waaqayyotti kennadhu;

6Inni qajeelummaa kee akka aduu ganamaatti,

7Waaqayyo duratti calʼisi;

8Aarii irraa of eegi; dheekkamsa irraas deebiʼi;

9Namoonni hamoon ni balleeffamuutii;

10Namoonni hamoon yeroo xinnoodhaaf malee siʼachi hin jiraatan;

11Garraamonni garuu lafa ni dhaalu;

12Namoonni hamoon nama qajeelaatti mariʼatu;

13Gooftaan hamootatti ni kolfa;

14Namoonni hamoon hiyyeeyyii fi

15Goraadeen isaanii garuu garaadhuma isaanii waraana;

16Badhaadhummaa hamoonni baayʼeen qaban irra,

17humni hamootaa ni cabaatii;

18Waaqayyo bara tolootaa ni beeka;

19Isaan bara hamaa keessa hin qaanaʼan;

20Namoonni hamoon garuu ni barbadaaʼu;

21Namoonni hamoon ni liqeeffatu;

22warri Waaqayyo eebbisu lafa ni dhaalu;

23Adeemsi nama Waaqayyo biraa ajajama;

24Inni yoo gufate illee lafa hin gaʼu;

25Ani dargaggeessan ture; amma immoo dulloomeera;

26Qajeeltonni yeroo hundumaa ni arjoomu; ni liqeessus;

27Waan hamaa irraa deebiʼiitii waan gaarii hojjedhu;

28Waaqayyo murtii qajeelaa jaallataatii;

29Qajeeltonni lafa ni dhaalu;

30Afaan nama qajeelaa ogummaa dubbata;

31Seerri Waaqa isaa garaa isaa keessa jira;

32Namoonni hamoon qajeeltota gaadu;

33Waaqayyo garuu harka isaaniitti jara hin dhiisu

34Waaqayyoon eeggadhu; karaa isaas eegi.

35Nama hamaa fi gara jabeessa,

36Ergasiis achiin nan darbe; inni garuu achi hin turre;

37Nama mudaa hin qabne yaadatti qabadhu; tolootas ilaali;

38Cubbamoonni hundinuu garuu ni barbadeeffamu;

39Fayyinni qajeeltotaa Waaqayyo biraa dhufa;

40Waaqayyo isaan gargaara; isaan oolchas;

← Faarfannaa 36 Faarfannaa Faarfannaa 38 →