1Yaa Waaqayyo, ani lubbuu koo gara keetti
2Yaa Waaqa koo ani sin amanadha.
3Namni si eeggatu tokko iyyuu
4Yaa Waaqayyo, karaa kee na argisiisi;
5ati Waaqa Fayyisaa koo waan taateef,
6Yaa Waaqayyo, araara keetii fi jaalala kee yaadadhu;
7Cubbuu afaan kootii
8Waaqayyo gaarii dha; tolaadhas;
9Warra gad of qaban waan qajeelaa taʼeen geggeessa;
10Karaan Waaqayyoo hundinuu
11Yaa Waaqayyo, cubbuun koo guddaa taʼu iyyuu
12Namni Waaqayyoon sodaatu eenyu?
13Lubbuun isaa badhaadhummaadhaan jiraatti;
14Waaqayyo icciitii isaa warra isa sodaatan duraa hin dhoksu;
15Iji koo yeroo hunda gara Waaqayyoo ilaala;
16Gara kootti garagali; garaas naa laafi;
17Yaaddoon garaa kootii baayʼateera;
18Dhiphina kootii fi rakkina koo ilaali;
19Akka diinonni koo baayʼatan,
20Lubbuu koo eegi; na oolchis;
21Waan ani si eeggadhuuf, amanamummaa fi
22Yaa Waaqayyo, rakkina isaa hundumaa keessaa