We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 21

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 20 Faarfannaa Faarfannaa 22 →

1Yaa Waaqayyo, mootiin jabina keetti baayʼee gammada.

2Ati hawwii garaa isaa kenniteefii jirta;

3Ati eebba guddaadhaan isa simatte;

4Inni jireenya si kadhate; atis ni kenniteef;

5Ulfinni isaa moʼannaa ati isaaf kenniteen guddaa taʼe;

6Ati eebba bara baraa kenniteef;

7Mootichi Waaqayyoon amanataatii;

8Harki kee diinota kee hunda ni qabata;

9Yeroo mulʼachuu keetiitti,

10Ati sanyii isaanii lafa irraa,

11Isaan yoo waan hamaa sitti yaadan,

12Ati yommuu iddaa kee isaanitti qabdutti,

13Yaa Waaqayyo, jabina keetiin ol ol jedhi;

← Faarfannaa 20 Faarfannaa Faarfannaa 22 →