1Namoonni maaliif akkanumaan malatu?
2Mootonni lafaa kaʼanii,
3isaanis, “Kottaa foncaa isaanii of irraa kukkunnaa;
4Inni samii keessa, teessoo irra taaʼee jiru ni kolfa;
5Innis aarii isaatiin isaan ifata;
6innis, “Ani tulluu koo qulqulluu irra, Xiyoon irra,
7Ani seera Waaqayyoo nan labsa:
8Na kadhadhu;
9Ati ulee sibiilaatiin isaan cabsita;
10Kanaafuu yaa mootota, qalbeeffadhaa;
11Sodaadhaan Waaqayyoon tajaajilaa;
12Akka inni hin aarreef,