1Yaa Waaqayyo, eenyutu dunkaana kee keessa jiraata?
2Nama adeemsi isaa mudaa hin qabnee fi
3kan arraba isaatiin nama hin hamanne,
4kan nama hamaa tuffatee warra Waaqayyoon sodaatan garuu kabaju,
5nama maallaqa isaa hiiqiidhaan hin liqeessinee fi
Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês