We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 140

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 139 Faarfannaa Faarfannaa 141 →

1Yaa Waaqayyo, namoota hamoo jalaa na baasi;

2warra garaa isaanii keessatti hammina yaadanii

3Isaan arraba isaanii akkuma bofaa qaratu;

4Yaa Waaqayyo, harka hamootaa narraa eegi;

5Of tuultonni dhoksanii kiyyoo na dura kaaʼaniiru;

6Yaa Waaqayyo, ani, “Ati Waaqa koo ti” siin nan jedha.

7Yaa Waaqayyo Gooftaa, fayyisaa koo jabaa,

8Yaa Waaqayyo, akka fedhiin hamootaa fiixaan baʼu hin godhin;

9Mataan warra na marsanii,

10Barbadaan ibiddaa isaan irra haa buʼu;

11Maqa balleessitoonni lafa irra hin jiraatin;

12Waaqayyo rakkattootaaf falmee

13Dhugumaan namni qajeelaan maqaa kee ni galateeffata;

← Faarfannaa 139 Faarfannaa Faarfannaa 141 →