1Yaa Waaqayyo, ani garaa koo guutuudhaan sin galateeffadha;
2Sababii ati maqaa keetii fi dubbii kee waan hundaa olitti guddifteef,
3Yeroo ani si waammadhetti ati deebii naa kennite;
4Yaa Waaqayyo, mootonni lafaa hundinuu,
5Ulfinni Waaqayyoo, guddaadhaatii,
6Waaqayyo yoo ol fagoo jiraate iyyuu, nama gad qabame ni ilaala;
7Ani rakkina keessa jiraadhu iyyuu,
8Waaqayyo kaayyoo isaa fiixaan naa baasa;