1Haalleluuyaa.
2Isin warri mana Waaqayyoo keessa,
3Waaqayyo gaariidhaatii, Waaqayyoon galateeffadhaa;
4Waaqayyo Yaaqoobin ofii isaatiif,
5Ani akka Waaqayyo guddaa taʼe,
6Waaqayyo samiiwwan keessattii fi lafa irratti,
7Inni akka duumessoonni daarii lafaatii kaʼan ni godha;
8Inni hangafoota Gibxi,
9Yaa Gibxi, inni gidduu keetti,
10Inni saboota baayʼee dhaʼee
11Sihoon mootii warra Amoorotaa,
12lafa isaanii dhaala godhee
13Yaa Waaqayyo, maqaan kee bara baraan jiraata;
14Waaqayyo saba isaatiif ni falma;
15Waaqonni tolfamoon namoota ormaa meetii fi
16Isaan afaan qabu; garuu dubbachuu hin dandaʼan;
17gurra qabu; garuu dhagaʼuu hin dandaʼan;
18Warri isaan tolchan kanneen isaan amanatan hundi
19Yaa mana Israaʼel Waaqayyoon eebbisaa;
20yaa mana Lewwii Waaqayyoon eebbisaa;
21Waaqayyo inni Yerusaalem keessa jiraatu sun,