We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Faarfannaa 132

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Faarfannaa 131 Faarfannaa Faarfannaa 133 →

1Yaa Waaqayyo, Daawitii fi

2Inni kakuu tokko Waaqayyoof kakatee

3“Ani mana koo ol hin seenu;

4Ani ija kootiif hirriba,

5kunis hamma ani Waaqayyoof iddoo argutti,

6Kunoo, Efraataatti waaʼee isaa dhageenye;

7“Kottaa iddoo jireenya isaa dhaqnaa;

8‘Yaa Waaqayyo kaʼiitii, gara iddoo boqonnaa keetii kottu;

9Luboonni kee qajeelummaa haa uffatan;

10Sababii garbicha kee Daawitiif jedhiitii,

11Waaqayyo akkana jedhee kakuu dhugaa tokko Daawitiif kakateera;

12yoo ilmaan kee kakuu koo fi seera ani isaan barsiisu eegan,

13Waaqayyo Xiyoonin filateeraatii;

14“Kun bara baraa hamma bara baraatti iddoo jireenyaa koo ti;

15Ani waan hundaan ishee nan eebbisa;

16Luboota isheetti fayyina nan uffisa;

17“Ani achitti akka gaanfi tokko Daawitiif biqilu nan godha;

18Diinota isaatti qaanii nan uffisa;

← Faarfannaa 131 Faarfannaa Faarfannaa 133 →