1Yaa Waaqayyo, ani boolla gad fagoo keessaa sitti nan iyyadha;
2yaa Gooftaa, sagalee koo dhagaʼi.
3Yaa Waaqayyo, utuu ati cubbuu lakkooftee,
4Garuu dhiifamni si bira jira;
5Ani Waaqayyoon nan eeggadha; lubbuun koos isa eeggatti;
6Eegdota barii lafaa eeggatan caalaa,
7Yaa Israaʼel, ati Waaqayyoon abdadhu;
8Inni mataan isaa cubbuu isaanii