1Yaa Waaqayyo, namni Waaqa sodaatu hin jiruutii ati na gargaar;
2Namni hundinuu ollaa isaatti soba dubbata;
3Waaqayyo afaan nama saadu hunda,
4isaanis, “Nu arraba keenyaan ni moona;
5Waaqayyo, “Ani sababii hacuucamuu hiyyeeyyiitiif,
6Dubbiin Waaqayyoo hirʼina hin qabu;
7Yaa Waaqayyo ati nu eegda;
8Yeroo wanni faayidaa hin qabne ilmaan namaa gidduutti kabajamutti