1Yaa lubbuu ko, Waaqayyoon eebbisi;
2Yaa lubbuu koo Waaqayyoon eebbisi;
3Inni cubbuu kee hundumaa siif dhiisa;
4jireenya kee boolla irraa ni baraara;
5akka dargaggummaan kee akkuma risaa haaromfamuufis,
6Waaqayyo warra cunqurfaman
7Inni karaa isaa Museetti,
8Waaqayyo gara laafessaa fi arjaa dha;
9Inni yeroo hunda hin dheekkamu;
10inni akka cubbuu keenyaatti nu hin adabne;
11Akkuma samiiwwan lafa irraa ol fagaatan sana,
12akkuma baʼi biiftuu lixa biiftuu irraa fagaatu,
13Akkuma abbaan ijoollee isaatiif garaa laafu,
14inni akka nu itti uumamne ni beekaatii;
15Barri namaa akkuma margaa ti;
16inni yeroo bubbeen itti bubbisutti ni bada;
17Jaalalli Waaqayyoo garuu bara baraa hamma bara baraatti
18warra kakuu isaa eeganitti,
19Waaqayyo teessoo isaa samii keessa dhaabbateera;
20Isin ergamoonni isaa, warri ajaja isaa eegdan jajjaboon,
21Raayyaan isaa hundinuu, isin tajaajiltoonni isaa
22Uumamawwan bulchiinsa isaa