1Jecha Lemuuʼeel mootichaa kan haati isaa isa barsiifte:
2“Maali yaa ilma ko, maali yaa ilma gadameessa ko,
3humna kee dubartoota irratti,
4“Yaa Lemuuʼeel, wanni kun moototaaf hin malu;
5kunis akka isaan dhuganii waan seerri jedhu dagatanii
6Warra baduuf jiraniif dhugaatii cimaa,
7isaan dhuganii hiyyummaa isaanii haa irraanfatan;
8“Warra ofii isaaniitiif dubbachuu hin dandeenyeef,
9Afaan kee banadhu; murtii qajeelaas kenni;
10Niitii amala gaarii qabdu eenyutu argachuu dandaʼa?
11Dhirsi ishee guddisee ishee amanata;
12Isheen bara jireenya ishee guutuu
13Isheen suufii fi quncee talbaa barbaaddee
14Isheen akkuma doonii daldalaatti
15Isheen utuu lafti hin bariʼin hirribaa kaatee
16Isheen lafa qotiisaa hubattee ilaaltee bitti;
17Isheen jabinaan mudhii ishee hidhattee
18Isheen akka daldalli ishee buʼaa qabu hubatti;
19Mukni itti jirbii maran harka ishee keessa jira;
20Isheen hiyyeessaaf harka hiixatti;
21Yoo cabbiin buʼe illee isheen maatii isheetiif hin yaaddoftu;
22Isheen wayyaa siree dhaʼatti;
23Dhirsi ishee yommuu karra magaalaa dura,
24Isheen wayyaa quncee talbaa dhooftee gurgurti;
25Isheen jabinaa fi ulfina uffatti;
26Afaan ishee ogummaadhaan banatti;
27Isheen mana ishee toʼatti;
28Ijoolleen ishee kaʼanii, eebbifamtuu jedhuun;
29“Dubartoonni hedduun waan gaarii hojjetu;
30Simboon nama gowwoomsa; miidhaginnis ni darba;
31Buʼaa harka ishee kennaafii;