1Namni ifannaa baayʼee booddee
2Yommuu namni qajeelaan aangoo qabatutti, sabni ni ililcha;
3Namni ogummaa jaallatu abbaa isaa gammachiisa;
4Mootiin murtii qajeelaadhaan biyyaaf nagaa buusa;
5Namni ollaa isaa jaju,
6Namni hamaan cubbuu ofii isaatiin qabama;
7Namni qajeelaan mirga hiyyeessaatiif dhaabata;
8Qoostonni magaalaa jeequ;
9Yoo ogeessi gowwaa wajjin mana murtii dhaqe,
10Namoonni dhiiga dheebotan, nama amanamaa jibbu;
11Gowwaan guutumaan guutuutti aariitti of kenna;
12Yoo bulchaan tokko soba dhaggeeffate,
13Hiyyeessaa fi namni nama cunqursu waan kanaan wal fakkaatu:
14Yoo mootiin tokko wal qixxummaadhaan hiyyeeyyiif murtii kenne,
15Ulee fi ifannaan ogummaa kennu; daaʼimni akkasumatti
16Yommuu hamoonni aangoo qabatan, cubbuutu baayʼata;
17Ilma kee adabadhu, inni nagaa siif kenna;
18Iddoo mulʼanni hin jirretti sabni gad dhiisii taʼa;
19Garbichi dubbii afaanii qofaan hin sirreeffamu;
20Ati nama jarjarsuun dubbatu argitee?
21Nama garbicha ofii isaa ijoollummaa isaatii jalqabee qanansiisu,
22Namni aaru lola kakaasa;
23Of tuulummaan namaa isuma gad deebisa;
24Namni hattuu wajjin qooddatu lubbuu ofii isaa jibba;
25Nama sodaachuun kiyyoo namatti taʼa;
26Namni hedduun bulchaa biratti surraa argachuu barbaada;
27Qajeelaan sobduu xireeffata;