We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Fakkeenya 15

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Fakkeenya 14 Fakkeenya Fakkeenya 16 →

1Deebiin laafaan dheekkamsa qabbaneessa;

2Arrabni nama ogeessaa beekumsa jaja;

3Iji Waaqayyoo idduma hunda jira;

4Arrabni fayyina fidu muka jireenyaa ti;

5Gowwaan adabbii abbaa isaa tuffata;

6Manni nama qajeelaa badhaadhummaa guddaa qaba;

7Arrabni nama ogeessaa beekumsa facaasa;

8Waaqayyo aarsaa hamootaa ni balfa;

9Waaqayyo karaa hamootaa ni balfa;

10Nama daandii irraa jalʼatu adabbii hamaatu isa eeggata;

11Duʼaa fi Badiisni fuula Waaqayyoo duratti beekamoo dha;

12Namni qoosu sirreeffama hin jaallatu;

13Garaan gammadu akka fuulli ifu godha;

14Garaan waa qalbeeffatu beekumsa barbaada;

15Barri nama hacuucamee guutumaan guutuutti gadadoo dha;

16Qabeenya guddaa rakkina of keessaa qabuu mannaa,

17Jibbaan cooma sangaa nyaachuu mannaa,

18Namni dafee aaru lola kakaasa;

19Karaan nama dhibaaʼaa qoraattiidhaan cufama;

20Ilmi ogeessi abbaa isaa gammachiisa;

21Nama qalbii hin qabne gowwummaatu isa gammachiisa;

22Karoorri gorsa hin qabne fiixaan hin baʼu;

23Namni tokko deebii malu kennuudhaan gammachuu argata;

24Daandiin nama hubataa akka inni siiʼoolitti gad hin buuneef

25Waaqayyo mana nama of tuuluu ni diiga;

26Waaqayyo yaada nama hamaa ni balfa;

27Namni doqni maatii isaatti rakkina fida;

28Garaan nama qajeelaa haala ittiin deebii kennu yaada;

29Waaqayyo nama hamaa irraa fagoo jira;

30Fuulli ifaan garaa gammachiisa;

31Namni adabbii jireenya kennu dhaggeeffatu,

32Namni adabbii tuffatu ofuma tuffata;

33Waaqayyoon sodaachuun ogummaa nama barsiisa;

← Fakkeenya 14 Fakkeenya Fakkeenya 16 →