We Believe JesusFé, Esperança e Nova Vida

Fakkeenya 10

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa · irlandês

← Fakkeenya 9 Fakkeenya Fakkeenya 11 →

1Fakkeenyawwan Solomoon:

2Qabeenyi karaa hamaadhaan horatan gatii hin qabu;

3Waaqayyo akka warri qajeelaan beelaʼan hin eeyyamu;

4Harki hojii hin hojjenne nama hiyyoomsa;

5Namni yeroo bonaa midhaan walitti qabatu ilma ogeessa;

6Eebbi mataa qajeeltotaatti gonfoo kaaʼa;

7Yaadannoon nama qajeelaa eebba taʼa;

8Namni garaa isaatti ogeessa taʼe ajaja fudhata;

9Namni amanamaan sodaa malee deema;

10Namni ija hamminaatiin waa namaan jedhu rakkoo uuma;

11Afaan nama qajeelaa burqaa jireenyaa ti;

12Jibbi lola kakaasa;

13Ogummaan hidhii nama waa hubatuu irratti argamti;

14Namoonni ogeeyyiin beekumsa kuufatu;

15Qabeenyi sooreyyii isaaniif magaalaa daʼoo qabduu dha;

16Mindaan qajeeltotaa jireenya;

17Namni gorsa fudhatu karaa jireenyaa irra deema;

18Namni hidhii sobuun jibba dhokfatu,

19Yoo dubbiin baayʼatu, cubbuun keessaa hin dhabamu;

20Arrabni nama qajeelaa meetii filatamaa dha;

21Arrabni nama qajeelaa nama hedduu soora;

22Eebbi Waaqayyoo nama sooromsa;

23Gowwaan amala hamaadhaan gammachuu argata;

24Wanni namni hamaan sodaatu isumatti dhufa;

25Yeroo bubbeen hamaan bubbisu namoonni hamoon ni badu;

26Akkuma wanni dhangaggaaʼaan ilkaan miidhee, aarris ija miidhu sana

27Waaqayyoon sodaachuun bara jireenya namaa dheeressa;

28Abdiin nama qajeelaa gammachuu taʼa;

29Karaan Waaqayyoo nama qajeelaaf daʼoo dha;

30Qajeeltonni yoom iyyuu hin fonqolfaman;

31Afaan nama qajeelaa ogummaa dubbata;

32Arrabni nama qajeelaa waan fudhatama qabu dubbata;

← Fakkeenya 9 Fakkeenya Fakkeenya 11 →