1“Kottaa gara Waaqayyootti deebinaa.
2Akka nu fuula isaa dura jiraannuuf,
3Kottaa Waaqayyoon haa beeknu;
4“Yaa Efreem, ani maalan si godha?
5Kanaafuu ani raajota kootiin isin cicciree
6Ani araaran fedha malee aarsaa hin fedhuutii;
7Isaan akkuma Addaam kakuu cabsaniiru;
8Giliʼaad magaalaa hamootaa
9Akkuma saamtuun riphxee nama eeggattu sana,
10Ani mana Israaʼel keessatti
11“Yaa Yihuudaa sittis