1Yaa Israaʼeloota, Waaqayyo isin warra biyyattii keessa jiraattan irratti
2Abaaruu, sobuu fi ajjeesuu,
3Sababii kanaaf biyyattiin ni gadditi;
4“Garuu namni tokko iyyuu dubbii hin kaasin;
5Ati halkanii fi guyyaa gufatta;
6sabni koo beekumsa dhabuudhaan badeera.
7Luboonni akkuma baayʼachaa deemaniin,
8Isaan cubbuu saba kootii nyaatu;
9Wanni kunis akkuma sabaa, akkuma lubootaa taʼa.
10“Isaan ni nyaatu; garuu hin quufan;
11sagaagaltummaatti,
12Sabni koo waaqa muka irraa tolfame gorsa gaafata;
13Isaan fiixeewwan tulluu irratti qalma,
14“Sababii warri dhiiraa iyyuu sagaagaltummaatti deebiʼanii
15“Yaa Israaʼel, ati yoo ejja hojjette illee
16Israaʼeloonni akkuma goromsa
17Efreem waaqota tolfamootti galeera;
18Dhugaatiin isaanii yoo dhume iyyuu
19Bubbeen hamaan haxaaʼee isaan balleessa;