1Anaaf wayyoo!
2Namni gaariin lafa irraa badeera;
3Harki lachuu waan hamaa hojjechuu barateera;
4Kan isaan hunda caalaa gaarii taʼe akka sokorruu ti;
5Ollaa hin amanatin;
6Ilmi abbaa isaa tuffata;
7Ani garuu abdiidhaan Waaqayyoon nan eeggadha;
8Yaa diina koo natti hin gammadin!
9Ani sababiin cubbuu isatti hojjedheef,
10Ergasii diinni koo isheen,
11Guyyaan itti dallaan kee ijaaramu,
12Gaafas namoonni
13Sababii jiraattota isheetii fi
14Uummata kee, bushaayee dhaala keetii
15“Ani akkuma yeroo ati Gibxii baatee dhufte sanaa
16Saboonni arganii ni qaanaʼu;
17Isaan akkuma bofaa,
18Waaqni akka keetii kan cubbuu namaa bira darbee
19Ati deebitee garaa nuu laafta;
20Ati akkuma bara durii