1Bara Yootaam, Aahaazii fi Hisqiyaas mootota Yihuudaa turan keessa dubbiin Waaqayyoo gara Miikiyaas namicha Mooresheet dhufe; kunis mulʼata inni waaʼee Samaariyaatii fi waaʼee Yerusaalem argee dha.
2Yaa namoota, isin hundinuu dhagaʼaa;
3Kunoo! Waaqayyo iddoo jireenya isaatii dhufaa jira;
4Akkuma gagaa fuula ibiddaa dura jiruu,
5Wanni kun hundi sababii dogoggora Yaaqoobiif,
6“Kanaafuu ani Samaariyaa tuullaa diigamaa,
7Waaqonni ishee tolfamoon hundinuu ni hurreeffamu;
8Sababii waan kanaatiif ani booʼee nan wawwaadha;
9Madaan ishee waan hin fayyineef,
10Isin waan kana Gaati keessatti hin dubbatinaa;
11Isin warri Shaafiir keessa jiraattan,
12Sababii balaan Waaqayyo biraa dhufee
13Ati Laakkiish keessa kan jiraattu,
14Kanaafuu ati Mooresheet Gaatiif
15Ani warra Maareeshaa keessa jiraattanitti
16Sababii gadda ijoollee itti gammadduutiif jedhii